Membership is open to all who wish to support Koodee's effort to promote Oromo Language and Culture. Members are the bedrock of Koodee. You say. We listen. Membership is 100 USD per year.
Afaan fi aadaa Oromoo guddisuuf , dhaloota haarawa qaruuf, wal gurmeessuu fi humna walii tahuun murteessaa dha. Miseena fi maatii Koodee tahuun namoota afaan fi aadaa Oromoo guddisuuf fedhii qaban hundaaf banaa dha. Miseensota keenya waliin dhiheenyatti wajjin hojjanna, gorsaa fi yaada isaaniitiin hojii keenya qajeelfanna.